Advertisements

About me! Waa’e ko beeku yoo barbaadde

cropped-aasas.jpgFiraol Olani currently serves as a teacher at Ambo. He is originally from Amuru, Horro Guduru Wollega and now lives in West Shewa, Ambo city.

Firaol Olani received Bachelor of Art in History and Heritage management from Wollega University in 2011, MA in Development studies from Ambo University, In 2012 he receive technician courses and vedio edition, where he served as technician for two years. After working on a pedagogical course in Haramaya University he moved to Ambo as a teacher.

firoFiraa’ol Olaanii H/G/Wallaggaa Aanaa Amuruutti dhalate. yeroo amma kana Barsiisa ta’uun Shawaa Lixaa bulchiinsa magaala Ambooti hojjeta.

Firaa’ol Olaanii

Gosa barnoota ‘History and Heritage management’ jedhamuun Digirii jalqabaa Yunvarsitii Wallagga irraa,

Barnoota ‘Development Studies’ jedhamuun Digirii lammafaa Yunvarsitii Amboo irraa,

Ogummaa Vidiyoo qindeessuu fi sirreessaa meeshalee elektrooniksii¬† irratti kan bobba’e ture yoo ta’uu erga Yunvarsitii Haramayya irraa ‘Pedagogical course’ leenji’ee barsiisa ta’uun Amboo jiraata.